XIYYEEFFANNAA: Afaan dubbattu Oroomiffa, tajaajila gargaarsa afaanii, kanfaltiidhaan ala, ni argama.
Northwestern Medical Center seera hawwaasummaa Feederaalaan kan wal simu ta’ee sanyii, bifa, dhiigaan, uumriidhaan, yookiin koorniyaadhaan kan wal hin loognee dha. Northwestern Medical Center namoota yookiin sanyii sanyiidhaan, bifaan, dhiigaan, umriidhaan, hir’ina qaamaan yookiin koorniyaadhaan adda hin baasu.
Northwestern Medical Center :
Namootni hir’ina garaagaraa qaban bifa gaarii ta’een nu waliin haasa’uu akka danda’aniif deeggarsa fi tajaajila tolaa kennaafii, kanneen akka:
- Namoota afaan mallattoo haalaan hiikkuu danda’an
- Odeeffannoo barreeffamaa foormaatii adda ta’een (barreeffama guddaadhaan, sagaleedhaan, foormaatii eleektirooniksii argamuu danda’uun, foormaatii biroo)
Namoota afaan dhalootaa isaanii afaan Ingiliffaa hin taaneef tajaajila afaanii tolaa dhiheessuufi, kanneen akkaL:
- Warra dandeettii afaan hiikuu gahaa ta’e qaban
- Odeeffannoo afaanota birootiin barraahe
Tajaajila kana yoo barbaadde, Amanda Wilson qunnamaa Kana yoo itti amante Northwestern Medical Center tajajila kana kennuudhaaf hin dandeenye yookiin tajaajila kana kennuu hin dandeenye yookiin sanyiidhaan ,bifaan, dhiigaan, umriidhaan, hiri’ina qaamaan, ykn koorniyaadhaanii fi kanneen birootiin looguu, komii keessan kanneen armaan gadiitiin dhiheessuu ni dandeessu: Alisha Sawyer, Compliance Officer, 133 Fairfield Street, St.Albans, VT, 05401, 802-524-5911, 800-340-5877, [email protected]. Komii namaan, yookiin poostaadhaan, faaksiidhaan, yookiin e-mail dhaan dhiheessuu ni dandeessa. Komii guutuudhaaf gargaarsa yoo barbaadde Alisha Sawyer, Compliance Officer si gargarudhaaf qophii dha. Komiiwwan mirga namoomaa U.S. Department of Health and Human Services (Kutaa Fayyaa fi Tajaajila Namoomaa U.S), Office for Civil Rights (Waajjira Mirga Hawwaasummaa) eleektirooniksiidhaan the Office for Civil Rights Complaint Portal, kunis kan argamu https://ocrportal.hhs.gov/ocr/portal/lobby.jsf, ykn poostaadhaan yookiin bilbilaan :
U.S. Department of Health and Human Services
200 Independence Avenue, SW
Room 509F, HHH Building
Washington, D.C. 20201
1-800-868-1019, 800-537-7697 (TDD) Foormiin komiidhaa kan argamu http://www.hhs.gov/ocr/office/file/index.html irratti dha.